
Bulchiinsa Gaarii | PDF - Scribd
Akka Mootummoota Tokkoomaniitti (UN), ulaagaalee bulchiinsa gaarii keessaa kan hangafaa, mootummaan biyya tokkoo, waliigaltee (consensus based) ykn fedha ummata biyya saniitiin ijaaramuu isaa ti. Bulchiinsi gaariin, motummaa gaarii irraa kan maddu oggaa ta’u, mootummaa gaarii kan jedhamu ammoo, mootummaa: fedha ummataa, fedha ummataan,
Karoora Bulchiinsa Gaarii
Waajjira Misooma Albuudaa Magaalaa Jimmaatti Karoora Rakkoolee Bulchiinsa Gaarii Fi Kenniinsa Tajaajila. Fulbaana- 2015 Jimmaa fSeensa Wajjirrii Misooma Albuudaa Dinagdee biyyaa ijaaruun hiyyummaa xiqessuu keessatti ga’ee olaanaa qaba. Akkasumas Imala Badhadhina biyyi keenya jalqabde kana galmaan ga’uuf ga’e isa bahun seekterri kun akka magaalaa keenyatti hunda’e jira . Haata’u malee ...
Kitaabni qulqulluun waa’ee gaa’ilaa maal jedha?
Gaa’ela Waaqayyo “kan uume” dha, “namni qophaa ta’uun isaa gaarii miti” dhugaan jedhuu, (Um. 2:18). “Gargaartuu” jechi jedhuu Hewaaniin ibsuudhaaf Um. 2:20 irratti faayidaa irra kan oolee hiiki isaa “itti maruu, dhorkuu yookaan gargaaruu, gargaaruu dha” dha.
Ragaa Irratti Ragaa: Macaafni Qulqulluun Dubbii Waaqayyooti …
Qo'annichi bal'aadha, garuu akkamitti Arba nyaattu? Yeroo tokkotti al tokko qofa alalfachuudhaan! Nyaata gaarii isiniif haa ta'u!
GAA’ELA GAARII IJAARUUF
Gaa’ela gaarii ijaaruuf yeroo bultiitti seentan, nama alagaa wajjiin mana tokko keessa galuuf qophaa’uu keessan hin dagatinaa! Kana jechuunis amalaan, dandeettiin akkasumas hubannaadhaan.
Amala Gaarii-Kutaa 1ffaa - Ibsaa Jireenyaa
Nov 18, 2017 · Gaalee husnul khuluq (amala gaarii) jettu gurri yommuu dhagahu, qalbiin ni mirqaanti. Inni/ishiin amala gaarii qaba/qabdi yommuu jedhamu, namoonni isa/ishii marsu, waliin hiriyyoomu barbaadu. Kanaafi, amalli gaariin sadarkaa ol’aanaa qabate. Garuu amala gaarii (husnul khuluq) jechuun maal jechuudhaa? Gosoonni isaa hoo maal fa’aa?
Gaa’ela Gaarii Qabaachuuf Qophaa’uu — LAAYIBRARII …
(a) Yesus karoora baafachuun barbaachisaa ta’uusaa kan addeesse akkamitti? (b) Keessumaammoo karoorri kan nu barbaachisu yeroo maal gochuuf yaannudha? MANA tokko ijaaruuf qophii gaarii gochuun barbaachisaadha. Bu’uurri kaa’amuusaa dura, lafa argachuufi pilaanii manichaa fakkiidhaan kaa’uun ni barbaachisa. Wanti barbaachisu kan biraanis jira.
Gorsa Gaarii Jireenya Namootaa Fooyyessu - JW.ORG
“Amma wantoota araada nama qabsiisan irraa ergan fagaadhee waggoota 17 ol taʼeera. Fayyaa gaarii, maatii gammachuu qabu, michoota gaarii fi qalbii qulqulluu qaba. Guyyaa guyyaadhaan machaaʼee karaa irra buluu dhiisee, halkan nagaadhaan siree irran rafa.”
Gaa’ila irraa garagaluu fi Sababa isaa a duroomu hin dandeenyedha. Dandeetti dhabuu fi daangaa darbuu malee wanti is rraa nama dhoowwu hin jiru. Akkuma Umar bin Al-Khaxxaab (Radiyallahu anhu) jedhe, “Rahbaniyyaan (moloksummaan) Islaama k essatti bakka hin qabdu.” Gaa’ila irraa garagaluun wantoonni baay’een gaarii ta’an ak
Waaqayyo Duratti Qalbii Gaarii Qabaachuu - JW.ORG
17 Pheexiros ergamaan, “Qalbii gaarii qabaadhaa jiraadhaa” jedhee barreesseera. (1 Pheexiros 3:16) Kan nama gaddisiisu garuu, namoonni dhugaa buʼuuraa Yihowaa dhiisaa yommuu deeman, yeroo booda qalbiin isaanii isaan akeekkachiisuu dhiisa.