Dinqisifattoonni isaa mootii muuziqaa Afaan Oromoo jechuun waamu. Weellisaan kuni dhukkubbii dheeraa booda Dilbata ture du’uun isaa kan gabaafame. Alii Birraan garuu eenyu? Aliin ija Mohaammud ...
Ibsa waa'ee viidiyoo, Iiziin Jimma gana baadiyaa waggaa tokko jiraatteetti Afaan Oromoo sirriitti dandeesse. 18 Ebla 2019 Iizii Muulensi jedhamti. Hojii tola-ooltummaadhaaf karaa Piiskooriin kan ...