Addunyaarratti 'imaamni ifatti saalqunnamtii saala walfakkaataa raawwatu ykn 'Gay' ta'e Afrikaa Kibbaa keessatti rasaasaa ajjeefame. Namichi beekamaan maqaan isaa Muhsiin Hendiriiks jedhamu ...
Ji'a darbe erga prezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gargaarsa biyya alaa dhaabsisanii as jireenyi Maayik Elvis guututti garagale. Lammiin Yugaandaa kun doqdoqqee akka taaksiitti tajaajilu kan ...