Mootummoonni hedduun naannoo Gaanfa fi Baha Afrikaa mirga namoomaa bu'uuraa ''ifatti tuffachuun'' qeeqxota isaanii humnaan akka callisan gochaa jiraachuu gabaasni Humaan Raayitis Wooch (HRW ...
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliz torbee 22ffaa har'aa eegaluun Arsenaal Astoon Viilaa, Bireentifoordi ammoo Liiverpuul keessummeessuun dorgommiin taasifamu eeggaleera. Har'a waaree booda sa'aatii ...
Finfinnee, Sadaasa 07/2023 – Magaalaa Finfinnee keessatti barumsi Afaan Oromoo akka hin barsiifamneef qaamolee fedhii siyaasaa addaa qabaniin dhiibbaawwan hedduu godhamaa turu dandamatee kan itti fufe ...
Kitaabichi guyyaa boru Hag 20, 23 magaala Finfinnee Hoteela Ililliitti eebbifama. Addis Standard Afan Oromoo barreessitoota lamaan keessaa Tuujii Ibraahim wajjiin turtii taasisee jira. Seenaa Abdii ...