News

Phaaphaas Firaansis daawwannaaf Yunaayitid Arab Emireets seenaniiru. Kun phaaphaasiin biyyoota Arabaa yoo daawwatu seenaa keessatti kan jalqabaati. Abu Dhaabi wayita gaahanittis ilma mootii UAE ...
Credit: Rahima Mohammed Ji'i Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha. Sirna Gadaa Oromoo keessatti dubartootni yaadni ...